Baga gammaddan bagas geesan: Mana keenya, waajira saba baldhaa oromoo kan isa haqnii keessaa ifu banamuu isaatiif baga gammadani..

Above Single Post

Baga gammaddan bagas geesan: Mana keenya, waajira saba baldhaa oromoo kan isa haqnii keessaa ifu banamuu isaatiif baga gammadani..

Jala bultii eebba waajjira Adda Bilisummaa Ormoo Godina Wallaggaa Bahaa. Naqamteen bor cidha kee ho’ifadhu!

Kunooti FINFINNEEN lafaafii hambaan hafte guutuun saba AMHAARATIN akka guuttamtuu NAANNOO amhaaraa irraa fiduun FINFINNEE keesatti WARAQAA EENYUMMAA akka fudhatan godhaa jiru…
#OROMOO_CARRAA_DARBEEN boohuun bu’aa nuuf hin qabu.

Below Single Post

1 Comment

  1. Great journey and great achievement.

    Bilissummaan qabsoon dhufaa jirtti.
    ABO dhaaba koo, QBO jebeenya koo fi WBO humna koo ti kanaaf nu gayye!

    Hundaa dura garuu, yaawaaq si haagalatu. Barakoo hundmaa wa’ee saba koo Oromoo sitti bo’ee kuno himimaan nu irraa haqaa jirata.

    Ammas sabaoo irratti mo’i. Akkeekni bilisummaa atti sabokoof qabdu dhowwaa diinaa tokko malee ni rawata, affan Waaqayyoo keessaa kun waan dubatameef; ta’u malee akasummaan hin hafu.
    Kun dhgaa Dha.

Comments are closed.