Happy Irreecha eve! baga ayyaana jala bulttii Irreechan Isin gahe!

Happy Irreecha eve! baga ayyaana jala bulttii Irreechan Isin gahe!

 


Irreechii iree keenyaa !
Tokkummaan humna keenyaa ! 
Nutii Ambo qeroon deema irraa jiraa jedhu kuno.


Oromoota Mattakal
Oromootni Mattakal Ayyaana Irreechaaf kiloomeetira 665 qaxxamuranii dhufanii jiru Giddugala Aadaa Oromooti suuraa Amensisa Ifa ilaaluuf qophiirra jiru.
Uummanni kun halagaa gidduutti afaanii fi aadaan isaanii otoo sarbamuu Oromummaatti cichanii as gahaniiru.
Waan nama ajaa’ibu magaaloota Oromiyaa keessa manneen barnootaa Afaan Amaraa hedduutu jira Mattakal garuu Manni barumsaa Afaan Oromoo hin jiru itti yaadamuu qaba.
Mattakal haa yaadannu

Via: Gammadaa Olaanaa 


[OBN 20 01 2010] Abbootin Gadaa fi Koomishiniin Poolisii Oromiyaa Daballee fi Foollee waliin ta’un Tuma yaa’ii GAGO Odaa Bultumitti taa’ameerratti murtee darbeedha, Ibsa adda addaa kennamun Ummanni keenya burjaaja’uu hin qabu jedhan.