Baalee Mallasaan qoqqobbii itti gatee ABOtu keessa jiraata jedhee Bosona isaanii gubsiise fixe,..

Baalee Mallasaan qoqqobbii itti gatee ABOtu keessa jiraata jedhee Bosona isaanii gubsiise fixe, bu’uuraalee misooma tokko akka hin qabanne godhe,… #Abbichuu arganii yoo boo’an baay’ee nama hin ajaa’ibu.

Awel Mohammed


Too many evils the British committed on Africa #FreeBiafra


Gammachuun as keessatti maqaa dhahame yaadaan fudhatee na bade. Seenaa mataa koos na yaadachiise. Mudaammuddii meeqan keessantu dubbise? Gammachuu isa abbaa seenaa kitaabichaatiin illee wal fakkaata. Waggaa10 dura gaafan Mudaammuddii barreessu Gammachuu natti mul’ataa turee fi kan har’a jarri kun nutti himaa jirantu wal natti fakkaate. Gammachuun lubbuun jiraa laata? Gammachuu, maaloo jira jedhii owwaadhu!

በሰብአዊ መብት ጥሰት ላይ የሚያተኩር ዶክመንተሪ የቀጥታ ስርጭት ክፍል ሁለት ።


Qamadiin Baalee ta duraan Maqaletti fe’amtu kana booda warshaa seentee Paastaa Maqaletti erguuf jirra.

Itti Muddi Dr. Abbichuu

#Qamadii #Baalee MM Ethiopia dr Abiy ahmad qamadii baalee daawwatanii akkana jedhu


የመቀሌው ትዕይንት | TPLF | Debretsion Gebremichael | Tigray