BaaLee Dinshoo Wan Ajaibaa Hojatee Injifanoo Qeeerooo !!

BaaLee Dinshoo Wan Ajaibaa Hojatee Injifanoo Qeeerooo Oromia Mara Wal Gahuu qaba Jatee Qeerroo


#Dr,_Abbaas_Ahamad ja’ama Haramaya yunivareitii irraa bara dabre eybifame harar keessatti dhaabbata #Etheo_kichin keessa hojjata.Torbee lama dura akuma maatii isaa ilaaluuf dhufetti Bulchaan #Aanaa_meettaa Ati deeggaraa #jawar_mahamadi fi #miseensa_KFO ti jechuudhaan.Poolisootaan akkamalee tumamee mana hidhaa galchan.Dr,Abbaas yaroo barachaa turetti qabsoo oromoo keessatti adda durummaan hirmaachaa nama tureefi qabsoo qeerroo Afran qalloo keessatti ga’ee qabsoo keessatti bahachaa Kan ture yoo tahu Nama akka harargeetti Oromoon qabdu keessaa isa tokko.Dr,Abbaas seeraa qeerroo Afran qalloo qopheessuu fi gumii Abbootii gadaa jaaru keessattiis nama adda durummaan hirmaachaa tureedha.”

Yaya Beshir


“Akkam nagaa keetii, Polisoonni humna addaa baadiyaa keessa deemuun badii tokko malee ijoollee qeerroo tumaa jiran. Godina Arsii Lixaa aanaa Qoree ganda shifaa jedhamutti mucaa asiin gaditti argitan kana uleen rukutuun miila isaa cabsanii jiran, maqaan mucichaa Nuuroo Gabii jedhama,kan dhahame guyyaa 28/09/2012 yoo ta’u yeroo ammaa Hospitaala waliigalaa Fayyaa magaalaa shaashamanneetti argamutti yaalamaa jira.”

Yaya Beshir


Heinous atrocities against our people, killing parents of rebel fighters, burning houses of farmers, mass abduction and torture continue.

The order is given from fat belly Bilxiginaa Neonaftenga officials who reside in their colonial capital ”Addis Ababa”. They think the fighting will not reach them, their house will not burn down, we will see about that.

The only to fight back is using arms. This is an evil Neonaftenga force that needs to be destroyed.

Photo: group of Oromiyaa ”police” (now called Janjaweed militia) burning farmer’s hat in Gujii zone.

Biyya Oromiyaa


Godina Wallaggaatti Abbaan Torbee hidhattoota mootummaa uummata nagaa hiraarsan irratti tarkaanfii fudhachuu itti fufeera.takka kunoo akkasiin kolaate.gumaan uummata manni jalaa gubatee haati fi abbaan ajjeefamanii inuma baha.