Ayyaanni Irreechaa Bara Kanaa Finfinnee fi Hora Harsadiitti Ayyaaneffama

Ayyaanni Irreechaa Bara Kanaa Finfinnee fi Hora Harsadiitti Ayyaaneffama  

(Suuraa faayilii)

(voaafaanoromoo)–Ayyaanni Ireechaa kan Hora Finfinnee fi Hora Harsadii, Fulbaana 23 fi 24 kan ayyaaneffamu tahuu Gumiin Abbotii Gadaa Oromoo har’a beeksisee jira.

Sababa tatamsa’ina Vaayirasii Koroonaa irraa kan ka’e bara kana namoonni akka baroota kaanii hedduminaan walitti bahanii kabajuun waan hin danda’amneef namoota muraasaan ka kabajamu tahuullee itti dabaluun hubachiisee jira – Gumiin Abboota Gadaa Oromoo kun.

Namoonni otuu hin walitti hin heddummaatiin ardaa naanno isaanitti babahuun akka kabajatanillee waamicha dhiheesse.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Baga #Irreecha2020 geessan!
 

Jabaadhaa


Bara duda falme dubana nama dhisi horinu si jibe qabi qofa


Moyii Bote Biiftuu Bilissummaa New Oromo Music 2020. Bira Studio.


Irreechaa to be marked in line with precautionary measure
 
(EPA)
ADDIS ABABA – Geda Council of Elders disclosed as this year’s Irreechaa festival would colorfully be marked in Addis Ababa on October 3, 2020 and in Bishoftu on October 4, 2020.
Indicating that millions of people celebrate the age-old Thanksgiving Day with a huge gathering year in, year out, the Council said this year’s celebration would be marked in line with precautionary measures to protect participants from the current pandemic – COVID-19.
The Council also announced that the number of people who take part in the festivity would be disclosed in due course of time.
It also called on the people to heed to the instructions of Abba Gedas and health professionals.
The Ethiopian Herald September 17, 2020


Ijoo Dubbii fi dhammasa hatataama Haala yeroo Ammaa irratti ummaatta Oromoottifi goone irraa


BBS: Fuulbana 16/2020
Ayyaanni Irreechaa bara kanaa kan Hora Finfinnee Fulbaana 23 bara 2013 yoo kabajamu kan hora Harsadii fulbaana 24/bara 2013 akka kabajamu gumiin Abbootii Gadaa Oromo beksisanii jiru. Irreechi Hora Finfinnee Ganna 150 bara darbe Finfinne Handhura lafa irree irreechaa irratti, Ummanni Oromoo miliyonotaan bahee irreefatee ture. Irreechi bara kana kan xiiqii fi jijiramni Haaroomsaa karaa irraa maqee ummata qabsottii deebise ta’uu wajiin wal qabatee motummaan Irreechi akka hin taasifamneef dhiibbaa hamaa taasisaa jira. Ta’us Abbootiin Gadaa Oromoo irreechi dhimma hafuun hin mallee ta’uu irratti cichuun bara kanas akka sadarkaa biyyatti gaggeessuuf guyyaa murteessanii jiru.
 
Ammuma irraa miira xiiqii sabboonummaatiin dabaalameen kan eeggamaa jiru irrechi Hora Finfinnee ummata miliyeenaa lakkaa’amutu irratti argama jedhame eegamaa jira.
Gama biraatin weerara Koronaa Vaayrasitiin wal qabatee hammi ummata Irreecha irratti argamee malkaa bu’u kan murtaa’e akka ta’uu danda’u dubbatamaa jira.
Kallatti biraan motummaan magaalaan Finfiinne gaafas dallansuu ummanni Oromoo sirna Itoophiya bulchaa jiru irraa qabuun weeraramuu malti sababa jedhuun muddamsuu guddaa keessa jiraachuu odeeffanoo keessoo mootummichaatii bahu ni mul’isa.
Nutis gamanumaan baga jala bultii Ayyaana irreechaa kan bara 2020 tun isin gahe jenna!.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.