Har’a Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa Tulluu Beegiitti bifa adda ta’een Kabajame

(SBO/VOL Ebla 22/2018) Har’a Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa Tulluu Beegiitti bifa adda ta’een Kabajame.

(SBO/VOL Ebla 22/2018) Har’a Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa Tulluu Beegiitti bifa adda ta’een Kabajame.
Goototni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaafi Godina Jimmaa Walitti dhufuun Wallee Warraaqsaan WBO, ABO, Qeerroo Bilisummaafi Qabsoo Bilisummaa Oromoo faarsaa olaan. Akkasumas Gootota Ilmaan Oromoo Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti wareegamanis faarfachaa wallee warraaqsaa kanaanis diinaafi ergamtoota diinaa rifaasisaniiru!!