Ayyaana Irreechaa Arfaasaa kan Caamsaa 21 bara 2017 Bulee Horaatti

Kun Video Ayyaana Irreechaa Arfaasaa kan Caamsaa 21 bara 2017 Bulee Horaatti kabajame.
Barattooti Oromoo Yunivarsitii Bulee Horaa fi ummanni naannoo Ayyaana Irreechaa Arfaasaa bara 6411 kana erga kabatanii booda bifa miidhagaan kanaan wallee fi dhiichisaan dabarsan.
—Aadaan badde galte! ..Oromoon Hayyicha!!