Ayyaana Gootota Oromoo Arsii Aanoleetti kabajuuf mootummaan

Ayyaana Gootota Oromoo Arsii Aanoleetti kabajuuf mootummaan dhorke ummanni hiriira mormii geggeesse

Billy Robi

2/5/2019 Guyyaa arraa OPDO’n Guyyaan Gotoota Oromoo Aannoolee lafa seenaatti akka hin kabajamne waan dhoorkiteef hawaasaaf Qeerroon oromoo mormii dhageeysisaa jiran.

hiriira mormii kana irratti polisoonii dhukaasuun bombii aaraa Qeerroo irratti kan darbatan yeroo tahu namni 3 madaawuuniis gabaafamee jira.

OPDO’n magaalaa Ambootti Amaara gammachiisuuf Sidaan Anooleee seenaa sobaa waan taheef diigamuu qaba jachuun isii ni yaadatama.

Oromsis Elemo