Awadaay Bilisummaa Dhugaaf falmii Ittii fufee JIRA.

Above Single Post

QEERROO. wayyaaneen otuu Finfinnee fokkortuu qeerroon irra aanee hardhas abbaan fedhe haa fokkoru injifannoon kanuma oromoti
Awadaay Bilisummaa Dhugaaf falmii Ittii fufee JIRA. AMBOOf GINCIIN quba qabaadhaaOf tuultota Dirree Dhawaa jeeqaa jiraniif ummanni dheengadda irraa kaasee hiriira gurguddaan balaaleffachaa jira. Mootummaan harcaatota Jeequmsa uimtu tana adaba qabachiisuu qaba. Kun hiriira har’aa kan Awwadaayi

Wallee finfinnee jeettu yeroo dhihooti baqatoota Cairotin


SQ, onkolo.21/2019 Godina hararge bahaa aanaalee akka Kaarraamillee fi Qobbootti ummatni hiriira bahuun hidhaa fi ajjeechaan haa dhaabbatu jechuun mormii dhageesifatan, magaalaa Dirree Dhawaatti ummatni magaalitti hiriira bahuun garee satenaw jedhamuun kan ummatarraan miidhaa qaqqabsiisaa jiru balaaleffate, G/Q/W magaalaa Danbii Doollootti kitaabni qarree Daraartuu Dassaalenyiin barraa’ee eebbisamuuf osoo jedhuu waltajjiin nhumna waraanaa magaalaa sana buufateen ummatni reebamuun akka of irra deebi’u gochuun akka hin gaggeeffamne godhameera.


” ለውጡ ሀዲዱን ስቷል ብየ ነው የማምነው ” አርቲስት ታማኝማን ተሳፈር ፣ ማን ተደፋ አለክ ?
ባቡሪ የጫነው ታቦት መስሎክ ነበር እንዴ ፣
እንደዛ በግንባርክ ወድቀህ ስትሰግድ ቅ/ሚካኤን መስሎክ እንዳይሆን ??


ኢትዮጵያን ወደ ቀድሞ ከፍታዋ እንመልሳለን😎😎


Mee ilala namiicha kana enyuuttu yaadata lata ? Wanii inni oromodhan jechaa ture Hojji OPDO ilala mee Suuraan armaan gaditti argitan kun #Mahammad Tufaa jedhama.Embaasii Itoophiyaa Sudaan keessa kan hojjetu yommuu tahu bara baraan kan ilmaan Oromoo basaasaa, hiraarsaa turee fi jiruudha. Akkuman guyyaa har’aa isiniif gabaasee ture yeroo ammaa poolisoota biyya sanaatiin walii galuudhaan kan ijoollee hiisisee maallaqa irraa guuraa jiruudha.

Ofii jettu mi’aahi diddu immoo mooji!!!!


Adem Misoma

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.