Atileetiin Eeritiraa Zarasanaay Taadasee Finfinnee gale

Atileetiin Eeritiraa Zarasanaay Taadasee
Finfinnee gale.

Keessummaa kabajaa fi eegalsiisaan “Great Ethiopian Run” kan tahe Atileet Zarasanaay Tadasaa dabalatee Atileetoonni Eeritiraa biroo yeroo jalqabaaf Fiigicha dilbata dhufuu Finfinnetti fiigamu irratti argamuuf guyyaa har’aa Finfinne galan.
Baga Nagayaan Dhuftan!!

Shamshadin Taha


Athletes from Eritrea have arrived in Addis Ababa. #Run for #Peace on Sunday.

Erirean athlete half marathon record holder Zersenay Tadese is one of them.

Let the peace ring!!