Asmaraa:Muummichi-ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiyyii Ahmad fi Hayyu-ureen Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Daawud Ibsaa

 Muummichi-ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiyyii Ahmad fi Hayyu-ureen Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Daawud Ibsaa Wixata dabre, Adoolessa sagal, bara 2018 magaalaa Asmaraatti yeroo gabaabaaf walga’anii turan.

ONN:ODUU OLMAA OROMIYAA JULY 10/2018

ONN: Adooleessa 10,2018 Gootota Walloo guyyaa har’aa

SAGALEE QEERROO: Adoolessa 10 2018

Rakkoo ofii ofiin furachuun tooftaa Qabsoon Oromoo hordofu. Aadaan Oromoo nama irratti hirkachuu nu hin barsiifne; ofiin rakkoo ofii hiikkachuun mala gaarii dha!!
Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa fi Hayyu-dureen ABO Asmaraatti Wal-ga’anii Dubbatan

Dubbi-himaa Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Toleeraa Adabaa

Ka dhuma torban dabree irra Ertiraa daawwatan – Muummichi-ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiyyii Ahmad fi Hayyu-ureen Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Daawud Ibsaa Wixata dabre, Adoolessa sagal, bara 2018 magaalaa Asmaraatti yeroo gabaabaaf walga’anii turan.

Qaama lamaan gidduutti haala itti mariin nageenyaa geggeeffamu irratti ka dubbatan yoo tahu, jiloota gam-lameenii qopheesuudhaan yeroo gabaabaatti marii jalqabuuf walii-galanii jiran. Kan ilaalchisuun dubbi-himaa Adda Bilisummaa Oromoo – Obbo Toleeraa Adabaa, Asmaraa irraa dubbisee jira.

Dhaggeeffadhaa.

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa fi Hayyu-dureen ABO Asmaraatti Wal-ga’anii Dubbatan