BBC News Afaan Oromoo : Ashamaa! Sagantaan keenya Jimaata galgalaa eegaleera! – Rakkoo nageenyaa Goondaritti dhalate…

BBC News Afaan Oromoo : Ashamaa! Sagantaan keenya Jimaata galgalaa eegaleera!

– Rakkoo nageenyaa Goondaritti dhalate…

– Dhimma ‘Commercial Nominees’ irratti 
yaada Aadde Fatiyaa M.

– “ Biyyan dur itti filatametti deebi’een na
filadhaa jedhe”
– Obbo Bulchaa

Odeessaalee biro waliin

Itti Dhiyaadhaa!


Humni addaa mootummaa Naannoo Tigiraay guyyaa har’aa naannoo sa’a 5:00 irraa kaasee daandii #kooram #Giraakaasuu jedhamu humna waraanaa guddaan socha’aa jiru!

Kaayyoon isaanii maal akka ta’e ammaaf hinbaramne!
Via Oromia standard!

Abon Dhaabakoo Ganamaati


Shukshukta (ሹክሹክታ) – የመቀሌው ‘ክሊንተን’ ምስጢሮች | Zeray Asgedom | Abay Tsehaye | Sebhat Nega | Debretsion