Artistii keenya Seenaa solomoon si jaallanna baga nuuf baate

Artistii keenya Seenaa solomoon si jaallanna baga nuuf baate

Seenaa Solomoon ” Akkamiin Diina Gombisu ” New Oromo Music Video 2016

VIAA QEERROO OROMOOOO Mootummaan Itoophiyaa akkuma waadaa galee waadaa isa nyateeti Qeerroo oromoo dirwisisudhan hidhamtoota gadhiisuu itti fufusisee jira via qeerroo koo

Guyyaa harraa, paartii mormituu Koongresii Ummata Oromooif barreessa an turan obboo Olbaanaa Leellisaa, Koree Furmaata Barbaadu an Dhimma Musliimootaa irraa ustaaz Ahimadin Jabal, artiist Seenaa Salamoon fi shamarree Caaltuu Takkalaa dabalatee kannen biroos gadhiifamuun beekkameera.
Kanneen dubbisnee akkana jedhan….

“ Yakkin hojjadhe tokkollee waan hin turreef yeroon mana hidhaa turetti samuun kiyya qulqulluu ture’” Ustaaz Ahimadin Jabbal
“Qabsoon dirqisiisee hidhaa dha nu baasuu isaanitti bayyen gammada, ”Obboo Olbaanaa Leellisaa.
Ballina oduu kanaa tamsaasa kallattii keenya guyyaa harraa irratti eeggadhaa

#Olbaanaa_Leelisaa galgalaan simannee deebi’aa jirra Orooliyaanaa Daani’eel waliin Buraayyuu Kattaa 
Ganama ammoo Baqqalaa Adaamaa
Ajaa’iba kan baranaa
Ummannikoo sodaa cabsee jedhe Olbaanaan Dr. Mararaan irratti argamaniiru

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*