ARSII LIXAA! Ergaa gabaabaa Qeerroo Gadab Hasaasaa irraa:

ARSII LIXAA! Ergaa gabaabaa Qeerroo Gadab Hasaasaa irraa:

#OromoProtests
#OromoRevolution

ARSII LIXAA ASAASAA!

Ergaa gabaabaa Qeerroo Gadab Hasaasaa irraa

Gartuun Godinoota heddu irraa Wolitti dhufee Hasaasa keessatti humnaan Ummata Wolitti qabee Maqaa Marii jedhuun Hasaasa burjaajessaa jiru tokko Yaada Hamaa Tokkoon Ummata rakkisaa jira
Innis “KFO fi ABO Hasaasa keessaa Baasaa “jecha jedhu
Erga Akkas taatee Hasaasa KFOf ABO malee Bilxiginnaa guututti hin qabduu Ummata Hundaa YKN Hidhaa Ykn fixaa
Mukaaf Dhagaa bulchituu Ykn Ummanni isin hin fedhuu Qeerroon Isin hin feenuu Akkuma Arsii lixaa ttuu isin dinnee Abdii kutadhaa

Hooggantoota Keenna Hidhaa yaasaa
San ta’uu baannaan tarsiimoo Qeerroo Oromiyaa isa itti Amanuun Wolitti deebina.

#IttiFufaQabsoon
#StruggleContinues
#AlutaContinua

Via: Hangasuu Mohammed Wado


Haaji aloof hujii BILTSIGINNAA. OMN irratti dabarsuun uummatnii oromoo hundi dhagahuu qaba.

Abdii Abdulkarim