Arsii Lixaa: Dhaabbata Qonnaa Seeroftaa,

Arsii Lixaa
Dhaabbata Qonnaa Seeroftaa, heektaara kumoota hedduu humnaan ummata keenyarraa fudhachuun kan sirnoonni weerartuu dhufaa dabraa ittiin dinagdee humna weerara isaanii utubachuun jiraataa turan irratti Qeerroon tarkaanfii fudhate.

Via: Oda Labsi Fajji