Godina Arsii Lixaa Aanaa Wandootti OPDOn dargaggoota hojii dhabeeyyii miseensota ofii gochuuf Qalbii

Caamsaa 7,2017/ Godina Arsii Lixaa Aanaa Wandootti OPDOn dargaggoota hojii dhabeeyyii miseensota ofii gochuuf Qalbii dargaggootaa hatuuf tattaafataa jirti.

Aanichatti Kaadiree wayyaanee hojii dhabdoota jechuun baajaajota bitanii kennuufidhaan dargaggootan baajaajiis ta’e konkolaataa hojii isiniif binnaa koottaa gurmaayaa miseensa Dhaabaa ta’aa jechuun kaabinoota gandaatin kadhatamaa jiru
Via Adem Misoma