Cheeniin #Abbbaa Xayee lixa wallagaa jeeqaa jiru kan Asoosaati argamu tokko qabamee jira
Mucaan har’a Asoosati qabamee sun (kan Abbay cina jiru) ergaama Abbaay Tsahayee irraa fudhaacha ture.
Mani isaa yoo sakata’amuu qarshii 100,000 ol , kilaash lama fi dabtaraa baankii addaa addaa dabalate waliin qabame jira. Kan hafetu caala”
Adem Misoma
ODUU GAMMACHIISA namichi tigiree Garree jedhamu Asoosaatti barattoota unvarsitii ficcisiisaa ture to’annoo jala oole