Araara buusuun gaarii dha; araara buusuuf sangaa ararsaa gochuun garuu HAFUU qaba!

Araara buusuun gaarii dha; araara buusuuf sangaa ararsaa gochuun garuu HAFUU qaba!
Kan waldhabe hoo namoota; sangaan maal balleessee qalama?
Sangaa qaluuf walloluu hin qabnu❤️💚❤️

Dábessá Gemelal


Abbootii Gadaa Tuulamaa jidduutti muftoon uumamte har’a furamtee jirti. Milkii jalabultii Irreechaa kanaaf
– Hayyoonni Gadaa
– Qeerroofi Foolleen
– Biiroon Aadaa Turizimii Oromiyaa
– Pirazidantiin MNO Shimallis Abdiisaa

Hundi keessanuu galata guddaa qabdan. Abbootiin Gadaas gorsa hayyootaafi luboota dhagayuun, waywaannaa Qeerroof owwaachuun salphina nu hanqiftanii ulfina waan nu badhaaftaniif ulfaadhaa wayyoomaa!!

Jawar Mohammed

OBN Fulbaana 6, 2011- Oduu Galgalaa