Anii kana naa dhibee tokko Bulchisiin kun kana oromooti moo ..

Yaa Oromoo.Anii kana naa dhibee tokko Bulchisiin kun kana oromooti moo kana Habashati lata ? Finni safuu malee dhalate safuus tahee irbuu hin beeku!Caamsaa 9/2019
Xoollay

OPDOn #WBO erga mooraa xoollaay galchitee rakkoo garaagaraaf saaxilaa turtee booddee guyyaa kaleessaa ”Leenjii fixxannii ttuu konkolaataan isiniif qophaa’eera galaa mana keessanitti.” ittiin jechuun waadaan kanaan dura galameef soba ta’uu ibsite. Kana irraan kan ka’e guyyaa har’aa miseensi kun harka duwwaa fincilaa jira. Oduma jennuu warri,”sin waliin duuna; Qabattoollee hiikkadhaa.” jedhaniin suni garam lixan? Moo ALAMUUSIMEETI Afaan qabee?
Ajab soba Abiyyii fi Lammaa

#Gadaa_Bultii “Kilaashii manaa qabda” jechuun mana hidhaa keessatti dararaa jiru.

Gadaan bara darbe mooraa Yuunversiitii Jimmaa keessaa eebbifame. Yeroo barnootarra ture GDSAO hogganaa waan tureef sababa kanaa tikni mootummaa adamsaa ture. Ammas magaalaa Jimmaa keessatti warruma baroota darban isa adamsaa turetu qabee hidhe.

Adem Misoma

Yaa bulchisaa M M E Dr Nafxanyaa Ahmed Ilmi haaloo hin baafanne hin dhalatin gochaa ilmaan milinik kalee Asallaatti hojjatan saniif Dadaritti Qeerroon Shanyii bakar waaree deebisaa fakkaataan deebisaa kennaniif. Dhiigaatu dhiiga kafala
አስቴር በዳ-ኔ ስለ አብይ አህመድ በ LTV ላይ የተናገረችው
“አመድ አፋሽ ሆንኩኝ፡፡ ሚስቱ አሜርካ 6እመት በነበረችበት ጊዜ ደግ ሰው ነበር፡፡ አብይ ሁለ – ገብ ነው፡፡ የዘፈን ግጥም ይፅፋል፤ለምሳሌ ለቴዲ አንድ ዘፈን ፅፎለታል፡፡ ቴውኔትም ይሞክራል፡፡ ብዙም ፖለቲከኛም አይመስለኝም ነበር፡፡ በጣም ነው የምንቀራረበው፡፡ እሱ ጠ/ሚ ሆነ ሲባል ደስታውን አልቻልኩም፡፡ በፊት ለማ መገርሣ ነው እንጂ እሱ ብዙም ስለማይታወቅ ልክ እንደ ምርጫ ዘመቻ ነው የማስተዋወቅ ዘመቻ ያደረኩለት፡፡ አሁን ጣል ጣል አደረገኝ፡፡ ያኔ የሚቀርቡትን ሲቶች ሁሉ ወይ ሚንስቴር ወይ የሆነ ቦታ ሹሟቸዋል፡፡ ከህይወቱ በላይ ኢትዮጵያንና አረንጓዴ ብጫ ቀይ ባንዲራዋን የሚወድ ሰውዬን የዘር ከረጢት ውስጥ እንዳይጨምሩት እሰጋለሁ፡፡”

LTV WORLD: LTV WEKETAWE : “ፖለቲከኞች ከሴሌብሪቲ ውጡ” – አስቴር በዳኔ

ESAT Eletawi Thur 09 May 2019