AMMEE! Saaatii kanatti Liyyuu Hayiliin Mootummaa Naannoo Amaaraa dabalataan godinaa Kamiseetti akka qajeelaa jiru odeessi dhufu ibsaa jira.

AMMEE! Saaatii kanatti Liyyuu Hayiliin Mootummaa Naannoo Amaaraa dabalataan godinaa Kamiseetti akka qajeelaa jiru odeessi dhufu ibsaa jira.

Suuraan kun yoo humnichi baasiitti fe’amee Caffaa Roobiit keessa dabru kan agarsiisu. Akkuma beekamu guyyaa har’aa bulchiinsi Godinaa Kamisee haala yeroo irratti walgahee mariitti jira. MNA tarkaanfii humna dabalataa kana gara godinichaatti erguu kan fudhates oduu wal gahii kanaa eega dhagahee booda akka tahetti tilmaamamaa jira. Gareen OMN kan gaazexessaaAbduselam W Hassen keessatti argamu dhimma kana irratti odeessa qulqulluu baasanii ummataan gahu jennee abdanna. Hiree kanaanis ummanni keenya Kamisee akka of eeggannoo jabeessu dhaamna

Yaya Beshir

የኣማራ ክልል ልዩ ሃይል ኣዛዡ ኣሳምነው ጽጌ ኦሮሞና እስልምናን የሚነካ በእብሪት የተሞላ የትንኮሳ ንግግር ካደረገ በርካታ ቀናት ተቆጥረዋል። እስክሁን የክልሉ መንግስት በጉዳዩ ላይ የተነፈሰው ነገር የለም። የፌደራል መንግስቱም እንዲሁ። እንግዲህ ኣሳምነውን ብቻ የምንወቅስበት ጊዜ ኣሁን ኣብቅቷል። ኣሳምነው ያንጸባረቀው ኣቋም የክልሉ መንግስት ኣቋም ተደርጎ መመዝገብ ይችላል ኣሁን። ኣባባሉ የክልላችንን መንግስት ኣቋም ኣይወክልም ያለው የለም። የፌደራል መንግስቱም እንዲህ ያሉ የህዝብን ግጭት የሚሎኩሱ ንግግሮች የኣንድን ክልል የጸጥታ ሃይል በሚመራ ከፍተኛ ወታደራዊ መኮንን ሲደረጉ ዝምታን መምረጡ ችግር እንዳለ ጠቋሚ ነው።

Ethiopia: ዘ-ሐበሻ የዕለቱ ዜና | Zehabesha Daily News June 20, 2019