AMMEE!! Fincilli xumura gabrummaa (Warraaqsi Galaana Ummataa) Amma Naqamteetti Dhoohee jira!

AMMEE!!
Fincilli xumura gabrummaa (Warraaqsi Galaana Ummataa) Amma Naqamteetti Dhoohee jira!
MAGAALAA NAQAMTEE SOCHIIN HUMDI DHAABBATEERA!
1, Daandii guddaan Finfinnee irraa gara Lixa Oromiyaa geessu amma Naqamtee irraa cufameera!
2, Manneen daldalaa Dukkaanni/Suuqiin cufameera,
3, Baankiileen hundi cufaadha,
4, Sochiin Geejjibaa dhaabbateera,
5, Waajjiralee Mootummaa hundi Cufamaniiru…..
Jabaadhaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qabsoo hanga Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiyaatti itti fufa!!

Shukuradin Jamal


የተማሪዎቹ እገታ …#ድራማ!!


Ajaa’iba!! Dhagahaa!!
“Godina Jimmaa, Aanaa #Mannaatti
Humni Addaa Poolisii Oromiyaa maqaaf jadhamu kan Ilmaan Nafxanyaan guutame Akkasitti itti yaa’ee Mana Deeggartoota ABO, KFO fi Qabsa’ootaa Diigaa Jiran Shukuradin #hubadhu wanti hubatamuu qabu warri Mana Deeggartoota ABO, KFO fi Qabsa’oota diigaa jiran ku Ilmaan Nafxanyaa Humna addaa Oromiyaa keessatti Abiy fi Shimalis dabalaniidha ummata Oromoo Bal’aa biraa ga’i”

OROMOO NI DHAGEESSA KA’I FALMADHU?
QEERROO NI DHAGEESSA KA’I FALMADHU?
Si Magan Yaa Rabbi…


Itti Muddameera!!
Fincilli xumura gabrummaa (Warraaqsa Galaana ummataa) Gabaa laggannaan Hararghee Awwadaay, Dambii Doolloo, Anfilloo, Hawaa Galaan..Sochiin hundi amma 100% dhaabbateera! itti fufeera!!
Injifannoon galuun baranuma!!