‘Ammallee %100 bilisa waan tahe natti hin fakkaatu’- Yaasiin Jumaa
Gaazexeessaan lammii Keeniyaa Yaasiin Jumaa, dhiyeenya kana mana hidhaa Itoophiyaa keessaa gadi lakkifamee biyyasaa Keeniyaatti deebiyeera.
Turtii addaa BBC waliin taasiseen dhimmoota akkamiin Oromoo waliin akka walbare, turtii mana hidhaa, akkasumas dhimmoota kaan irratti haasawa.
Turtii
waliin taasise kanatti dhiyaadhaa.
OMN: Mishaa Cirrii Dhabamsiifamuu Ilaalchisee
Dooktaroonni hundi baqatanii tokko qofti hafte.
Koroonaavaayiras Yamanitti hammaatee wayita jiru kanatti, jiraattota magaalaa Aaden miiliyoonaa ol ta’aniif hoospitaala tokko qofatu tajaajila kenna.
Dr. Zuulaan alatti dooktaroonni hedduun koroonaavaayiras sodaachuun baqataniiru.
Dr. Zuulaan magaalattiitti dooktara tokkittii dhukkubsattoota Covid-19 wal’aanuuf hayyamamtuu taatedha.
BBC’n yeroo jalqabaaf haala Yaman keessa jirtu isin daawwachiisa.