Yeroo ammaa magaalli Roobee diida’aa dirree waraanaa taatee jirti.

Yeroo ammaa magaalli Roobee diida’aa dirree waraanaa taatee jirti. Qeerron Oromoo akkuma ayyaanni iidalfaxrii boru tahuu beekaniin booda sagalee mormii dhageessisaa magaalattii keessa naannawaa jiru. Humni waraana commandpost yeroo ammaa magaalattii goolaa jira.
maddi fb Mohammednur Guye