Amboo Guyyaa har’aa

Amboo Guyyaa har’aa


The Office of the Prime Minister’s Secretariat has a Foreign Languages department (UN working languages i.e mostly English, Arabic and French). The same office would not even categorise Afaan Oromo under this category at least just like ETV.

It is funny how the PM’s press releases are translated to English, French and Arabic but not to Afaan Oromoo. Stupidity and hypocrisy of humongous magnitude.

Labsiin Mummicha Ministeeraa afaan Ingliizi, Faransaay fi Arabiffaatti ni hiikama, Afaan Oromootti garuu hin ta’u. Ajaa’iba!

Biyya Oromiyaa

Mandella oromo the first

As Mandella is for Africa and HD Daved Ibsa is for oromo then oromo for the world.
Ofcaurse We are on the right trajectory and we can lead Ethiopia for many century as optimist……

Maandellaan waggaa 27 mana hidhaa turee waggaa torbaaf leenjii waraanaa Itoophiyaa dhufee Abdisaa Aagaa irra fudhate. Achiin booddee kaayyoo mul’ata isaa injifate raawwate. Innis adiif gurracha gidduutii garaa garummaa baleessuu ture. Marree adiin dur gurrachaatti ancuufa tuftu har’a hammattee oli gadi deemuu irrayyuu taree wal fuudhaa jiru. Dinqiidha.

HD Jaal Daved Ibsaas kaayyoo mul’ata gootota oromoof waggaa 41 obsuun har’an ga’eera. Obsi Goota kanaa maandellaa irrayyuu darbee Musee Isa macaafa kiristaanaa irra jiru ta’eera.

Oromiyaan ni walaboomti. Oromoon Abbaa biyyaa ta’a!


QEERROO BILISUMMAA OROMOO aanaa Jaldu kaayyoon keenya amma galma gahuutii qabsoo keenya itii fuffuna jedhani jiru


AKEEKKACHIISAA!!
Konkolaachistoon HD Jaal Dawuud Ibsaa Jaal Siraajii fi Ismaa’eela Hatattaamaan Pooliisi Amma Qabe Hin Gadhiisuu Taanaan Balaa Dhuufuuf opdo’n ni gaafatama

Oromia Qeerroo Media

ODUU INJIFANNOO GUYYAA HAR’AA #Gootichi_Waraana Bilisumma Oromoo WBO’N zoonii lixaa keessa socho’uu Amajjii 16/2019 Godina Wallaggaa Lixaa aanaa Qondaalaa Ganda Ashuunfaa fi Baamsoo jedhamutti bamitti basaastun Tokko gooticha WBO rukkuchiisuuf waraanaa opdo wayyaanee fuute deemte Waaqnii WBO koo eeguu immoo haqa isaa Irratti wanta isaa eeguuf WBOn koo Leencii Bosonaa Diinaa Isaaatti dhuftee dursuun waraanaa diinaa guyyaa har’aa loltuu opdo dhala wayyaanee 125 galaafatee 50 madoo taasiseera. meeshaa waraanaa fayyaa ishee irraa guure galii Waraanaa Bilisummaa Oromootiif godhe jira. Injifannoo boonsaa galmeessuu dandaa’eera. Qabsoon itti fufa. IUOF!!! GGXG ti,
Maammee Caffee

Amboo Nagan oltee!!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Mahamadsaid hussen new oromo music 2919