Amboo fincilli dhowee karaan hundii cufamaa jira!

Above Single Post

Amboo fincilli dhowee karaan hundii cufamaa jira!

Baratoota Univesity BaahiDaarr, Maqdallaafi Dabra Maaraqoo wajjira OMN dhufuun Miidhaa irra gahe himatan.

Oromia Media Network


16.11.2019
Kun Amboo Fi Giinciidha
Dhaabiin Diinaa Unkuraa Biyyaa Amboo safuu !safuu! Taaddasaa Tarreessaa kun Birmannaa Barattootaa Oromoo Naannoo Amhaaraa jiraniif taasisanii! Hangaa ijoolleen Oromoo dhuftee abbaaf Haadhaa ishii biratti deebituutti habashaan tokko Amboo keessaa hin baatuu! keenyaa Fidaa keessan Fudhaa!

Hundee Gadaa


Caalaa Dagafaa new oromo/oromia song- Barri Gadaa keenya


#Amboo
Ammas waldhagahaa! Barataan Yuunivarsiitii fe’amu tasa hin jiru. Konkoolataan tokko mooraa seene kan poolisii federaalaatti. Kana immoo qeerroon yeroo sadii gareen dhufanii mirkanneefatanii jiru. Ammas kan mirkaneefachuu barbaadu yoo jiraate yaa dhufu. Kanan ala dubbii dhugaa hin taaneen walburjaajeessuun gaarummaa hin qabu. Obboolaa koo dubbii qulqulleefadhaa warra dhufee qulqulleeffates dhagahaa!

Via: Tadesse Kenea Amentae


~ ኦሮሞ ኦርቶዶክስ ክርስትያን ነኝ ለሙስሊም ወንድሞቼ ታላቅ አክብሮት አለኝ ማንም ፖለቲካውን ጋግሮ እንዲበላብኝ እድሉን አልሰጠውም ትልቅ ያያያዘን ነገር አለ እሱም ኦሮሙማ ነው #በኦሮሙማ ጥላ ስር የማይፈታ የትኛውም ጥያቄና ችግር የለም በጠላት ሴራ እንዳንወድቅ አደራ እላለሁ።

Irrechaa/ ኢሬቻ/ 2019 New Ethiopian ORomoo Music/By Rabbiraa Hayiluu

Irrechaa/ ኢሬቻ/ 2019 New Ethiopian ORomoo Music/By Rabbiraa Hayiluu

New Ethiopian Oromoo Hot Music Video 2019 by Diinii Huseen (Dinqaa)


64922 konkolaataa kana kan ijoollee Amaaraa Yunivarsiitii Amboo keessaa guuraa Jira! Amma Qeerroon Amboo karaa cufaa Jira!


#Wallaggaa !! RIB barattoota Amaaraa Campus #Gimbitii baratan dura deemee baasuuf jechaa jira.

Karaan Wallaggaa Lixaa fi Wallagga bahaa gara #Buree deemuu guutummaa guututti haa cufamu. Poolisii Oromiyaa fi K/Oromiyaa uummata waliin dura dhaabachuun dirqama.

 

 

 

 

 

 

 


“Haga barattoonni keenya Yuunversiitii Naannoo Amaaraatti dararamaa jiran nuuf galanitti daandii cufneerra” jedhu Qeerroon Amboo


 

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.