Amboo:Diinummaa hamaan uummata afaan Qawween haala kanaan doorsisuu caalu addunyaa kanarra hinjiru.

Above Single Post

#Amboo
Diinummaa hamaan uummata afaan Qawween haala kanaan doorsisuu caalu addunyaa kanarra hinjiru.

Guyyaa har’aa uummata keenya Amboo haala ulfaataa kanaan shororkeessaa jira waraanni mootummaa! Uummata nagaatti Qawweef meeshaa waraanaa gurguddaa haala ulfaataa kanaan guuruutu Shororkeessummaadha!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


#Amboo (Inbox)

“Har’a kadireen wayyaanee abiyyi magaalaa amboot dhufa jira jedhu gazeexessitootni OMN dhorkamaa jiru akka hin seennef.Tsagish wanti garaa koo na gube qeerroon Agaaziidhaan alatti dhorkame.”


Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.