AMBO : Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebila 15, 2019

AMBO : Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebila 15, 2019

ONN LIVE : Gaaddisa Dhugaa Ebla 12 2019 | Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebila 15, 2019 Ilaalchisuun Dhaamsa HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa , Hogganooti Dhaabaa fi Miseensota ABO GGO Ilaalchisuun ONNf Laatan.============Kabajaa fi Ulfinni Barabaraa Gootota Wareegamtoota Oromoof!


የአማራ ክልል ልዩ ሀይል ሰላማዊ ዜጎች መጨፍጨፍ የተለመደ አሸባርነት ነው። ከሌሎች ብሄረሰብ ተወላጆች የሆኑት ከ1500 በላይ የመንግስት ሰራተኞች ተፈናቅለዋል። ለልማታቸው እንኳን አያስቡም ማለት ነው። የሚገርመው ለቅሜንትና ትግራይ ተወላጆችን ለይቶ ሀገራቸውን እንድለቁ የመስጠንቀቅያ ወረቀት መለጠፋቸው ነው። የቅማንት ህዝብ ሰጋት ስላለው ከፌዴራል መንግስት መፍትሄ ይፈልጋል። #ONNየወገኖቻችን ድምጽ ሆኖ መተንፈስ ያልቻለውን ህዝብ ድምጹ እንድሰማ በማድረጉ ምስገና ይገበዋል። ከዚ ቪድዮ የአማራ ክልል መንግስት እና ሰላም አፍራሽ ታጠቂዎቹ ምን እንደሆኑ ትማራላችሁ።


Qeerroon walloo waan jedhan dhaggeffadhaa biyyii tenya lafee tenyaa daangaan kenya nuuf haromuu qaba daangaan kenya kan ammaan dura irra dhibamnee nuuf ha debihuu jecha jiran
Kutaan wallootis bulchinsa lamma jalattii debihuu qabdii

Redwan atis galatoomii yaada isanii irra fudhu ketif

Walloo Raayyaa


ONN LIVE : Sagalee QEERROO Ebla 12 2019 Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee aanaa Laga Hidhaa keessatti hidhattoonni Naannoo Somaalee uummata Oromoo irratti lola banuun miidhaan qaqqabaa jira. | Kibba Oromiyaa Godina Gujii keessatti bulchaan godinaa Raayyaa Ittisa Biyyaa, kora bittinneessaa Oromiyaa fi milishaa gandaa bobbaasuun mana uummataa gubsiisee qabeenya uummataas barbadeessisaa jira. | Godina Jimmaa aanaa Limmuu Kossaatti hidhaan jabaatee itti fufe. | Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Walloo haala yaaddessaa keessa jiru. | Kaaba Shaggar Godina Shawaa Kaabaa keessatti OPDOfi ABN waliin ta’uun gocha farraa dalagaa jiru. | Uummata Oromoo Walloo deeggaruufi gocha isaan irratti raawwatamaa jiru mormuun hiriirri bakka adda addaatti geggeeffamaa jira.


RSWO – Hiriira Nagaa, Oromoonni Magaalaa ‘Washington D.C’ Keessatti, Yakka Mootummaan EPRDF Saba Oromoo’rratti Raawwachaa Jiru Balaaleffachuuf, Guyyaa Har’aa Adeemsisaa Oolan Ilaalchisuun Yaada Koree Qindeessituu Hiriirichaafi Hirmaattota Hiriirichaa’rraa Arganne

Hiriira mormii hawaasa Oromoo Washington, DC. Hidhaa, ajjeechaa fi lafarraa buqqa’uu ummata Oromoo mormuun geggeeffamaa jiru. Ajjeechaa Oromoo Walloo, Gujii, Karrayyuu, Booranatti, Wallaggaatti waraana mootummaa EPRDFn raawwataa jiru mootummaa Ameerikaa fi addunyaatti iyyachiufi.

Walloo fi Raayyaa!!


#ETV Turtii Weellisaa Galaanaa Gaaromsaa waliin sambata duraa sa’aatii 4:00- 6:00tti taasifnu kallattiin Etv Afaan Oromoo fi karaa toora facebook keenyaa nu hordofuu dandeessu.

OMN: Sirna Eebba Istaadiyeemii Wallaggaa (Eebla 11, 2019)


Thank you Qeerroo!!!

Simannaa ABO Staadiyeemii Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Ture.


 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.