Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanitti Ambaassadarri Sweden wal gayii Waliigalaa

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanitti Ambaassadarri Sweden wal gayii Waliigalaa DhaabbatichaaYeroo dhiyootti gaggeeffamu irratti Dr.Abiy muuxannoo isaanii Waldhabdee Ethio-Ertria waggaa 24 oliif ture akkaataa itti furanii araara buusan dhiyaatanii muuxannoo boonsaa kana hoggantoota Adduunyaaf akka qoodan waamicha dhiyeessuun himame.
Rakkoo Ethio-Ertiraa furuufis gama isaaniitiin yaalii hedduu godhaniis akka milkaa’uu dhabanii turan ibsaniiru.Araara bu’eefis Dr Abiye Ahmed dinqisiifachuu yoo ibsan hojiin boonsaan isaanii kun fakkeenyummaa mootota hedfuutiif xiyyeeffannoo keessa galee irraahis baratamuu akka qabullee eeruun himameera.Ilmaan abbaa gadaa yoom argan?

Shamshadin Taha

OMN: Turtii deeggartoota OMN biyyaa alaa waliin taasifnee HAG. 2, 2018

OMN:SHIRKA DIRDHAWA IYO XAALADDA DEEGAANKA SOMALIDA ITOOBIYA