Ambaasaddariin Yunaaytid Isteets Baratoota Yunvarsiitii Jimmaati Haasaha Godhan

Ambaasaddariin Yunaaytid Isteets Baratoota Yunvarsiitii Jimmaati Haasaha Godhan

Ambaasaader Maaykil Reenar

Mootumaan Yunyaayitid mul’ata jijjiramaa Dr. Abiyyi Ahimed deegaruuf waliin dhaabbattee hojjetti, jedhan – Itiyoophiyaatti Ambaasadari Yunaayitid Isteetis – Maaykil Reener.

Ambaasaader Reenar Yunivarsiiti Jimmatti, barattoota waliin, mata-duree “Ijaarsa Itiyoophiyaa boriif gahee dargagoota” irratti marii marii geggeessame irratti haasawa taasisan keessatti kana dubbatan.

Muktaar Jamaal – bakka mariin kun itti geggeessame – Jimma irraa gabaasaa bal’aa qaba.

Ambaasaddariin Yunaaytid ISteets Baratoota Yunvarsiitii Jimmaati Haasaha Godhan
 

Daandiin Alaamaaxaa Fi Qobboo Gidduu Cufaa Jira

map of Ethiopia

Bulchiinsa naannoo Tigraay fi bulchiinsa naannoo Amaaraa kan wal agarsiisu daandiin Alaamaaxaa Qobboo kokolaataaf eega cufaa ta’e guyyaa 4 darbee jira.

Daandii kana kan cufan Alaamaaxaa keessatti hidhaman akka hikamaniif kan gaafatan dargaggoota magaala Qobboo ti jedhama.

Waajirri Polisii godina Walloo kaabaa akka beeksiiseetti rakkoo kana furuuf mariin gaggeeffamaa jira.

Jiraattonni magaalaa Alaamaaxaa kanneen yaada kennan akka jedhanti/ daandiin kun cufamuun hojii keenyatti gufuu nutti ta’e jedhu.


Eemmolee

Ammas hubadhaa! Ajandaan OPDO ammaa gulantaa 3 gurguddaaf qabxiilee jala jalatti qaba.

1. ABO balleessuu, kanaaf dursa WBO irratti duulli gaggeeffama. WBO hololaan, dadhaban humnaan, haamilee buusuun, nii dandeenya yaada jedhu qabu.

2. WBO erga balleessinee hoggana ABO funaanuun balleessuutti deebina. Sanaaf ammoo ammaarraa kaanee itti yaadaa deemna qabxii jedhu qabu. Akkamitti hoggana ABO balleessina? Gaaffii jedhuu yoo ka’eef isaan harka keenya jiru yaadni jedhu isaan baraggaksiisa

3. Erga WBO fi ABO balleessinee booda uummata keessaa caasaa ABO guutummaatti haxoofna. Isa akka nuti jedhutti buluu dide akkuma waggoota 28 darbanii erga WBO fi ABO balleessinee itti deebinee kolaasuu, ajjeesuu, hidhuu itti fufna! Yaada jedhu qabatanii adeemaa jiru.

Amma waan isaan ko’omsee/busy godhee jiru hojii jalqabaa WBO balleessuudha. Hoji manee duraa kana gaafa galmaan gahan milkooman jedhaa!
Qalbeessaa Dhangi’aa


Caalaa Tolasa hin haftu gumaan gootaa new oromo music 2018


Tsigee Warquu : Adii namni hin kaachisuu ** new Oromoo Music 2018 by Gadaa Studio


BBC ODUU OROMO Nov,,1//2018