Ambaasaadderoonnii Fi Diplomaatonni Itiyoopiyaa Leenjiif Biyya Deeman Hangi Tokko Vaayrasii Koronaan Qabamuun Mirkanaa’e
Faayilii – Ambaasaadderootaa fi Diplomaatonni Itiyoopiyaa Leenjiirra turan Faayilii – Ambaasaadderootaa fi Diplomaatonni Itiyoopiyaa Leenjiirra turan
WAASHINGITAN, DIISII — (voaafaanoromoo)—Biyyoota adda addaa keessa kan jiraatanii fi leenjii fi kanneen gara biyyaa deemanii turan ambaasaadderoonnii fi diplomaatonni hangi tokko vaayiresii koronaan qabamuu isaanii madden amanamoon ministrii dhimmi alaa Itiyooopiyaa VOAf mirkaneessaniiru.
Lakkoobsi ambaasaadderoota vaayiresiichaan qabamanii hagas jedhamuu kan hin dandeenye kan tuqan madden kun kan itti himame dhuunfaa dhuunfaan waan ta’eef walii gala isaa beeksisuun akka hin danda’amin ibsaniiru.
Lakkoobsi dursee tuqame garuu 12 ta’uu ibsaniiru. Ragaaleen hin mirkanoofne itti aansee ba’an immoo lakkoobsa kana 21n ga’anii jiran.
Haala isaa leenjiif wal ga’uu isaanii waliin wal qabsiisuun akka hin danda’amin madden ministrii haajaa alaa Itiyoopiyaa kun itti dabalanii ibsaniiru. Qaama hawaasaa isa kamiinuu irraa akkuma yaaliin qorannaaf geggeessamu ambaasaadderoota kana hangi tokko vaayiresichi keessatti argamee jira. Namota biyya alaa irraa dhufaniif qorannaan ennaa geggeessamus kan vaayiresichi irratti argame jiraachuun ibsamee jira.
Ambaasaadderoonni kun gara Itiyoopiyaa kan dhufan bakka bashannanaa magaalaa Bishooftuutti argamu Kurruuftuutti leenjii geggeessamu irratti hirmaachuuf jedha gabaasi Iskinder Frew Finfinee irraa erge.
At least 21 Ambassadors/diplomats/MFA staff have been informed that they have tested positive for covid-19 following their annual conference in Bishoftu.
A reliable MFA source has told FI that the following Ambassadors and diplomats are among those who contracted the virus.
Atnafu Asfaw, Diplomat (Counsellor) in London
Ambassador Sisot Reshid
Asmelash Bekele, Diplomat (Counsellor)
Consul General Workalemahu Desta
Ambassador Jemaludin Omer
Mulugeta Wuletaw, Diplomat (Counsellor)
Yohannes Fanta
Zerihun Megersa, Diplomat
Ambassador Abdulfetah Abdulahi in Kuwait
Ambassador Azanaw Tadesse to Nigeria
Ambassador Meles Alem, Ethiopia’s Ambassador in Kenya
Seenaa sabboontota qorachuun bara kana yakkamaa nama taasisa. Seenaa fi dhaloota wal barsiisun gaafii malee hidhaatti nama darbachiisa. Walumaa galatti wanti salaale keessatti Ummata keenyarratti deemaa hedduu nama gaddisiisa.