Alamgana “Godinna addaa nanawa finfinne guyaa har’a kana fakkatti.”

Alamgana “Godinna addaa nanawa finfinne guyaa har’a kana fakkatti.”

Barattooni university madda walaabu lubbuu Barattoota teenna kan university gara garaa keessatti sababa lammiin keenna daangaa irratti du’u hin qabu jette hiriiraa irratti dhumteef, akkasumas uummata daangaa irratti lubbuu dhabaniif akkanatti gadda itti dhagaame magaalaa Roobee keessatti ibsataa

Awel Mohammed


“Godinna addaa nanawa finfinne guyaa har’a kana fakkatti.”

#Alamgana “Godinna addaa nanawa finfinne guyaa har’a kana fakkatti.”


ኦነግ ሳይፈልግህ ቀርቶ ሳይሆን አንተ የኦሮሞን ጥያቄ ከመመለስ መግደልን እንደ መልስ ስለያስከው ነው። ስልጣኑን የምትለቀው ያሰብከው ስላልተሳካ እንጂ በኦነግ ማሰባሰብ አያዋጣም

Ittafaa Oro


Qoosaa_TPLF

Warri TPLF bulchaa Oromiyaa DaawudIbsaa nuuf filaniiru.
Daawud Ibsaa erga jaallattanii dursa piresdaantii Oromiyaa osoon taane piresdaantii Tigraay godhaa muudadhaa.

Qabna hayyoota qabsaa’ota haqaa kan akka ProMararaaGuddinaa
BaqqalaaGarbaa fa’a gootota mana hidhaatti sabaaf aarsaa kaffalaa turan.
Dr. Abiyyii
Lammaa Magarsaa fa’as hooggansa ciccimoodha

Oromiyaa Harmeekoo

Bara sana
Bara kolfanii taphachuun dharraa
Bara lubbuun jiraachun carraa!


Adem Misoma
#sabataa
!!!!!!!!!!!!!!!!
Hiriira mormii duguuggaa sanyii !!
Qabsoon shammarranii ni jabaate. ittii fufee
Mee Akkaaf Bakkaa Ummanni Keenan Jiraatu Laala…


Jijjigaa yunveristy

Docmentary Gabaabduu Qabsoo Qeerroo irratti Afaan Amaaraatiin Sher Godhaa

የቄሮ ትግል አጭር Documentary ይከተታሉ።ቄሮ ህይወቱን መስዋዕት ከፍሎ በአመጠው ነፃነት ከእንቅልፈቻው የበናኑ እና ከ150 ዓመት የአንድን ናፈቂዎች ይህን ውጤት መቀልባስ አይችልም

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.