Al Amoudin qabeenya Oromiyaa saamaa duroomee amma yeroo ooyruun lamaan takka irraa fuudhantu sossobee ummata keenyatti siiquu fedha. Kanaafuu barruulee/ magazine yeroo duraatiif Afaan Oromoon qooheessee wantoota ummataaf hojjadhe jedhe dhaadhesaaa jira. Wanni inni tarreesaee gariin kijiba kuun ammoo saamicha inni geessisuun wal hin gitu.
Via Jawar Mohammed