Akka Rabbii fi Ummata Oromootif malee akka galtuu fi gantuutif ..

“Sii jirraa sii jirraa sii jirraa” Dhaadannoo Qeerroo Roobee.
KMN :- Hagaya 15/2020

“Akka Rabbii fi Ummata Oromootif malee akka galtuu fi gantuutif osoo ta’ee anillee qaatan du’ee, Isinillee qaata dhumtanii” yoo inni akkas jedhu Qeerron sagalee tokoon “ Sii jiraa sii jirraa” jechaa ture.

Hiriira nagaa Hawaasa Oromoo biyya New Zealand magaala Wellington.

Oromia Media Network


Ani Haceedhaan yoomuu nagayatti hin jedhu.Waan du’e natti fakkaachuu dide.Ati duutus yoomuu hin dagatamtu, Onnee Oromoo miliyoona 60 keessa jirta
Yoo bilisummaan ummata Oromoo argame awwaalichi kee
handhuura Oromiyaa Finfinneetti ni deebi’a.hacee koo abbaa hundaa

Sumeyyaa Lalistuu Intala Walloo


“Sii jirraa sii jirraa sii jirraa” Dhaadannoo Qeerroo Roobee.
KMN :- Hagaya 15/2020

“Akka Rabbii fi Ummata Oromootif malee akka galtuu fi gantuutif osoo ta’ee anillee qaatan du’ee, Isinillee qaata dhumtanii” yoo inni akkas jedhu Qeerron sagalee tokoon “ Sii jiraa sii jirraa” jechaa ture.

Qeerroo Har’a Jawaar Mahammediin dabalatee Abdii Raggaasaa, Hamzaa Booranaa, Mikaa’el Booran,Dajanee Xaafaa, Shuggux Galataa, Shamsaddiin Xahaa,Kennasaa Ayyaanaa , Baqqalaa Garbaa Ijoollee isaa waliin fi Qabamsaawonni hedduun gidiraa hamtuu mana hidhaa keessatti argaa jiruutii qabsoo kee finiinsii Hooggansa kee hidhaadhaa Baasii Gara Walabummaa biyya keetii Qajeeli. Har’as siniif jirra jedhaanii.

Hooggansa kee afaan bineensaatti dhiiftee hin callisin, Tokkummaan qabsayi.

KMN Kush Media Network

የህወሓት መግለጫ፣ የብልፅግና ቡዱን የአፈና ድራማ በአስቸኳይ እንዲያቆም ህወሓት በመግለጫው አስታወቀ።

Dimtsi Weyane አማርኛ


Oromoon bakka feetan jirtan, yeroo kanatti #ABO#OFC#OMN #WBO fi hidhamtoota Oromoo komachuu fi qeequu irraa of qusadha; safuu Oromummaa horachuun gaarii dha. Kan ajjeese dhiisanii kan ajjeefametti quba qabuun, kan hidhee itti roorrisu dhiisanii kan hidhamee roorifamaa jiru irratti dhagaa guuruun qajeelaa miti. Kannaan ajjeefaman, kanneen hidhaman, kannaeen dararaa keessa jiran haqa Oromoof jedhanii ti; Lubbuun Oromoo kan dhangala’aa jiru bilisummaa Oromoo tiksuuf jedhee ti.
Diinni keenya sirna nafxanyaa ti; mootumama sirna nafxanyaa nurratti haaromsaa jiruu dha. Kana dagachuu hin qabnu.
Yoo dandeessan qabsoo Oromoof dirmadha; dadhabdan diina cina hin dhaababtiinaa!
Booree fi Safuun Oromummaa kana!!
#FreeOromia #FreeOromoPloticalPrisoners #FreeOLFLeaders #FreeOFCLeaders #FreeOMN #FreeOMNJournalist #OromoProtests

Dábessá Gemelal


Wareegamni keessan gatii guddaa qaba; miliyoonni akka Oromummaa isaaniin boonanii jiraatan godhaa jira.
Maqaaa fi hojiin keessan Galmee Seenaa keessatti barayyuu yaadatama!!


Maatiin Abiyot maal jetti .Afaan amaaraa hin dubbatinaa, afaan qomcee faana tokko laga cehuu hin dandeenye

Ijoollee Horro Kundii