Team Lemma of OPDO (ODP?): Akeekachiisaafi Hubachiisa Jabduu~Madda Amanamaarraa!!
1. Sirni amma biyya xoophiyaa bulchu sun maqaa ‘qabata ‘Command Post’ Naannoo Gumuziitiin qophiin waraanaa #WBO irratti xiyyeeffatamee jira. Qabata sanaan bosona Oromiyaa lixa Oromiyaa keessaa #WBO daguuguuf walgahii jajjabduu godhatanii gadi ba’anii jiru.
2. Qondaalonni tikaa, poolisii federaalaafi waraanni walgahii ariifachiisaa guyyaa har’aa Baahirdaar’tti eegalanii jiran. Walgahiin sunis walgahii saffisaa jedhamee atattamaan akka walgahan ta’eera.
3. Walgahii kanarratti ajajaa poolisii . Federaalaa duraanii Asaffaa Abiyyuu dabalatee kanneen armaan dura nama keenya fixaa turan irratti hirmaachaa jiru.
4. Oromoon kallattii hundaarra jiru shira deemaa jiru kana hubatee Waraanasaa baraaruudhaaf tarkaanfii eegamu mara akka fudhatu yaada kennina. Odeeffannoo waliif qooduu dabalatee sirna goolessituu kan Lammaa Magarsaafi Abiy Ahemd gadi ergaa jiran kanarratti tarkaanfii ofiirraa ittisaa fudhachuudhaaf Oromoon lafuma jiru hundaarraa of qopheessuu qaba. Bifuma kanaan Mootummaan sun #ABO dadhabsiisuuf marii jajjabaa sadarkaa addaa addaatti taasiseera. Kana dura waliin hojjenna jechuun miidiyaadhaan kan itti fakkeeffamaa ture martisaa kijibadha.
Beekan G Erena
Waa’ee buqa’insa Oromoo ilaalchisee.
Nuti hin bilisoomne jennee kan mormaa turreef waan hedduu waan agarruufi. Waraanni kuni Walloo naannoo Baateetti ummata nagaa goolaa jira. Ummata jeequun maalif barbaachise?
ODP Gara OPDOti Jijjiramaa Jirti jedha Hayyoonni Keenya
Cabaan Lamaan Fayyaa Tokko Tahuu hin Danda’u! – https://t.co/Gl7uMy3gpl pic.twitter.com/qcW6suj3Go
— Kichuu (@kichuu24) December 3, 2018
ሰሜን ሸዋ ዞን ሞረትና ጅሩ ወረዳ ጉብኝት ያረጉት ዶክተር ዐብይ አህመድ፣ አቶ ደመቀ መኮንን እና የኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ርዕሰ መስተዳድር አቶ ለማ መገርሳ ከአካባቢው ህብረተሰቡ ባህላዊ ስጦታዎች ተበርክቶላቸዋል። pic.twitter.com/T0NTi2iXlf
— Kichuu (@kichuu24) December 2, 2018
ጠ/ሚር ዐቢይ አሕመድ በአማራ ክልል የሚገኘውን የኩሳኤ ቀበሌ ስንዴ ማሳ ክላስተር ጎበኙ::
PM Abiy Ahmed visited Kusae Kebele wheat cluster site in the Amhara region. #PMOEthiopia pic.twitter.com/idnWX2khEO
— Office of the Prime Minister – Ethiopia (@PMEthiopia) December 2, 2018
Lafa Oromoo: Qotee Bulaan Oromoo Irraa Buqa’a Orrmi-moo Itti Galaa?-Kooyyee Faccee housing units. – https://t.co/SmnjoN3Uo9 pic.twitter.com/ypqwLQ1QDg
— Kichuu (@kichuu24) December 3, 2018
diigamu qaba. lafa oromoo sababa adda addaan ciiru fi saamun dhaabbachu qaba.