Lammileen Oromoo Kuma 10tti tilmaamaman ajjeechaa Mooyyalee tti ta’een booda

Lammileen Oromoo Kuma 10tti tilmaamaman ajjeechaa Mooyyalee tti ta’een booda baqatanii amma Keeniyaa Naannoo Solooloo qubatanii jiru.
Galmoo Daawit buufata baqattootaa Dambalaa Fachaanaa jirutti imalee qophii itti aanu qindeesseera.