RSWO – Sadaasa 25, 2018: Gochaa Suukanneessaa Barattoota Oromoo’rratti Raawwatamaa jiru

RSWO – Sadaasa 25, 2018: Gochaa Suukanneessaa Barattoota Oromoo’rratti Raawwatamaa jiru

RSWO – Sadaasa 25, 2018: Ajjeechaa Mana-Sibuu, Daalattiitti Raawwatame; Gochaa Suukanneessaa Humnoota Gurmaa’aniin, Barattoota Oromoo Yuunivarsitiilee Adda addaa Impaayerattii Keessa Jiran’rratti Raawwatamaa jiru; Hiriira Mormii Magaalaa Danbii Dollootti Barattoonni Yuunivarsitii Danbii Dolloofi Barattoonni Manneen Barnootaa Adda addaa Taasisan

የእህያ ባል ከጅብ አያስጥልም::


OBN irraatti jechaa garaa namaa gahuu dubbate hayyuu sabaa bagaa nuuf dhaltee


Rajii Dubii bara kana Mootummaan Federaalawa gochoota akkanaa callisee bira darbuu hin qabu
Mootummaan Naannoo Tigiraay kanarratti gaafatamuu qaba .Hiriira guyyaa har’a hattoonni qindeessuun Humaraatti bahame irratti
Ummata meeshaa waraanaa hidhachiisuun baasan.Kun yakka guddaadha.Ergaan isaan dabarsuu barbaadan ifa ta’us Mootummaan dhimma kanaa fi hojii hattoota seeratti dhiheessuu cimsee itti deemuu qaba.

Kana yoo akkanumaan kan bira darban taate boru waan biraa dhalchuu danda.a wanti kun !!


Oromoo koo waa gilgaalteettaa? Waan keessa jirtu madaaltee jirtaa? ODP/OPDO’n maal akka si miitee jirtu sirritti qoyyabdeettaa?

Tigiroonni Qawwee qabatanii hiriira bahu, Amaaronnis akkasuma, Feetu Naannoolee biroon kanneen akka Sumaaleef Gumuz illee Qawwee dhorkatamanii hinbeekan.

Nu Oromoon maaliif Qawwee dhorkatamnee? Hubattee? Qabeenya keenya saamuuf Boojjitoo nu godhan!

Suurri Tigiroota hiriira bahanidha


በትግራይ ክልል የተለያዩ ከተሞች ዛሬ ሰልፎች ተካሄዱ

አዲስ አበባ ፣ ህዳር 16፣ 2011 (ኤፍ ቢ ሲ) በትግራይ ክልል በሚገኙ ዘጠኝ ከተሞች ዛሬ ሰልፎች ተካሄዱ።

ሰልፎቹ በደቡባዊ፣ ማዕከላዊና ምዕራባዊ ዞኖች በሚገኙ ዘጠኝ ከተሞች ማለትም በአድዋ፣ አክሱም፣ ኮረም፣ አዲ ሽሁ፣ አላማጣ፣ መኾኒ፣ ሰቲት ሁመራ፣ ዓብይ ዓዲ እና ራያ አዘቦ ከተሞች ላይ ነው የተካሄዱት።

በሰልፎች ላይ “ፍትህ በሁሉም አካባቢ ይንገስ፣ የህግ የበላይነት ይከበር፣ ተጠርጣሪዎችን በፍርድ ቤት እንጂ በሌሎች አካላት መዳኘት የለባቸውም፣ የኢትዮጵያ ብሄሮች ብሄረሰቦች እና ህዝቦች ለሰላም እንተባበር” የሚሉ እና ሌሎች መፈክሮችን አሰምተዋል።

በተለይም በምእራባዊና ደቡባዊ ትግራይ ዞኖች በተካሄዱት ስልፎች ላይ “በማንነት ጥያቄ ስም የሚቀርብ ጥያቄ እኛን አይወክልም” የሚል መፈክርን ይዘው ወጥተዋል።


Walga’ii #GidduuGalaAdaamaa
Dhaggeeffadhaa….

ጅጅጋ እንዲህ የጦርነት አውድማ ሆና ውላለች! አጭር ቪድየው ተመልከቱ! ኢትዮጵያ ለውጥ ላይ ነች ይባልልኛል ¡ ያማል


Siidaan kun kan Miseensa WBO Jaal Roobsan jedhamuuti. Lammaa Magarsaa loltoota gadi itti ergee akka ture niyaadanna. Jaal Roobsaan utuu rukutuudhaaf carraa qabuuti nulamaanuu Oromoo waan taaneef wal-rukutuu hinqabnu jedhee iyyee itti dubbannaan didanii itti dhukaasani. Ofiisaa wareegamee Loltuu Lammaa magarsaa kan lammiin Oromoo ta’e hambise. Naamusni WBO waan ajaa’ibaati. Maaliif akka Lammaa Magarsaa waraana Bilisummaa Oromoo hayyootaafi sabboontota akkanaatti Oromoo leenjsiee ergee ajjeesisuuf naaf galuu dide. Shira Lammaan suusii aangoo dantaasaaf jedhee raawwate dubbatamee hindhumu.