Ajjeechaa galgala edaa Oromoota 4 irratti raawwatame – Qeellem Wallaggaa

Ajjeechaa galgala edaa Oromoota 4 irratti raawwatame – Qeellem Wallaggaa

Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Hawwaa Galaan, Ganda Machaaraa jedhamu keessatti, Oromootni afur LMKIIn galgala edaa haala suukanneessaan ajjeefamuu; lama ammoo akka malee madaa’anii jiraachuu • Labsa/odeessa ‘Yeroon Mootummaa Koloneel abiyyi Ahimad dhumee jira; Mootummaan Ce’umsaa Oromiyaa ABOn hoogganamu hundeeffamuu qaba…’ jedhamu ilaalchisuun, yaada Qeerroo Bilisummaa Oromoo.

RSWO – Onk 8, 2020


Mootummaa ce’uumsaa Oromiyaa


Ibsa ABOn mootummaa Ce’uumsaa Oromiyaa ilaalchisuun kenne.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.