Ajjeechaa fi dhiittaa mirga dhala namaa guutummaa Oromiyaa, keesumattuu Lixa Oromiyaa, Booranaa fi Gujiitti irratti geggeeffamaa jira

Ajjeechaa fi dhiittaa mirga dhala namaa guutummaa Oromiyaa, keesumattuu Lixa Oromiyaa, Booranaa fi Gujiitti irratti geggeeffamaa jira jedhan mormuudhan, lammiiwwan Oromoo guyyaa harraa as Waashingitan Diisittii hiriira mormii geggeessa jiru.

VOA Afaan Oromoo


Qophii Jimaataa. #VOAAfaanOromoo