Ajjechaa Shaashamannee fi Haala Oromiyaa Keessaa Kan Ilaaleen Ibsi Kennamee Jira- VOA

Ajjechaa Shaashamannee fi Haala Oromiyaa Keessaa Kan Ilaaleen Ibsi Kennamee Jira- VOA

Ajjechaa Shaashamannee fi Haala Oromiyaa Keessaa Kan Ilaaleen Ibsi Kennamee Jira


በሻሸመኔ “ቦምብ ይዘሃል” በሚል ግድያ ስለተፈፀመበት ሰው

ዶ/ር ነገሪ ሌንጮ

ባለፈው ዕሁድ በሻሸመኔ “ቦምብ ይዘሃል” በማለት ግድያ የተፈፀመበትን ግለሰብ ጉዳይ በተመለከተ ፖሊስ ተጠርጣሪዎችን በቁጥጥር ሥር በማዋል ምርመራ እይከናወነ መሆኑንና ስለሟች ማንነት ፉንጭ መገኘቱን የኦሮምያ ክልል መንግሥት ኮሙዮኒኬሽን ገለፀ።

ባለፈው ዕሁድ በሻሸመኔ “ቦምብ ይዘሃል” በማለት ግድያ የተፈፀመበትን ግለሰብ ጉዳይ በተመለከተ ፖሊስ ተጠርጣሪዎችን በቁጥጥር ሥር በማዋል ምርመራ እይከናወነ መሆኑንና ስለሟች ማንነት ፉንጭ መገኘቱን የኦሮምያ ክልል መንግሥት ኮሙዩኒኬሽን ገለፀ።

የክልሉ ፖሊስ ኮሚሽን በበኩሉ የዜጎችን ደኅንነት ለመጠበቅ በይበልጥ እንደሚሰራ ለአሜሪካ ድምፅ ገልፅዋል።

ለተጨማሪ የተያያዘውን የድምፅ ፋይል ያዳምጡ

በሻሸመኔ "ቦምብ ይዘሃል" በሚል ግድያ ስለተፈፀመበት ሰው


Amantiin Kaayyoo biyyaaf utubaa dha- Oromiyaa biyya sabni tokko Kan amantii addaddaa qabu kabajaa fi jaalalaan keessa jiraatu ijaaruuf deemna; qabsoon eegalames jabaatee itti fufa!!

Kaayyoon hiyyeessa hin qabu; Oromummaa-mana Oromoo hundatti

Mana Abbaa Roobalee jedhama Gulisoo tti argamu. Bara namni sodaan wargamu inni cidha Intala isaa heerumsiisuu irratti mana isaa Alaabaa kanaan faayyesse. Uummatni cidhaaf yaa’es guddaa dinqisiifate. Abbaan Roobalee tika wayyaaneen qabamee xoollayitti dararamaa ture. Yeroon sun komaandi postiin oromiyaa bulcha. Abbaan Roobalee goota aanaa #Gullisoo ganda kattaa #Abbaa #kormaati!
Yaa Abbaa Roobalee amma bilisummaan siif dhufaa jabaadhu!