Ajejaan Ol Aanaan ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa galgala kana Uummata Oromoo Ballaatiif Dhaamsa Qaba

Breaking: Ajejaan Ol Aanaan ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa galgala kana Uummata Oromoo Ballaatiif Dhaamsa Qaba

Galgala Kana Ajajaan Ol Aanaan WBO Jaal Marroo Dirribaa dhimma Bobbaa WBO’n Guutuu Oromiyaa Keessatti Hagayya 8, 2021 Irraa Eegalee Itti Jiru Illaalchissun Karaa Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Hawwaasa Oromoo Ballaatiif Ibsaa fi Dhaamsa qaba dhaggeeffadhaa!

OMN: Turtii Professor Mararaa Guddinaa wojji taasifame