Ajaa’iba Barana : Doolariin kun Maraachuu fi jara kana nutti waan ittiin

Ajaa’iba Barana: Doolariin kun Maraachuu fi jara kana nutti waan ittiin Shaayee Dhugnu dhabnee daabboo gogaa nyaanna

Ilmaan oromoo sodaa tokkoon male bifaa kan dubachaa jiruu

Ethiopian Embassy in UK.

Ajaa’iba Barana 
Doolariin kun Maraachuu fi jara kana nutti waan ittiin Shaayee Dhugnu dhabnee daabboo gogaa nyaanna isaan Sukkara fe’anii Keeniyaaf geessuuf jedhanii daangaa irratti baqee dhuma.
Uumanni keenya Naannoo Booranaa Sukkaara kana dhaaluu qaban jedha ani 
Isinoo??

Via Gammadaa Olaanaa