AGM:Oduu Injifannoo-Qeerron Sodaa Du’aa Mooyate. Yunivaristii Jimmatti Seenaa Hojjete, FreeJawar

AGM:Oduu Injifannoo|Qeerron Sodaa Du’aa Mooyate. Yunivaristii Jimmatti Seenaa Hojjete, #FreeJawar

Warri Sababa nama tokkootii Fii Namoota Muraasaaf Kutaa, Gandaa fii Gosaa namaa arrabsitan Goota akkanaa kana irraa ni barattan je’een amana!. Jimma namoonni Muraasni Sababa Abiyyii Kuulloo jedhanii jecha kanaan akka arrabsootti Tuttuqaa turan ar’a akkanatti Seenaa dalayde. Jimmaa Abbaa Jifar Biyya Gootota akka Raayyaa Oromiyaaf dhalchite ammallee Warri Jimmaa deddeebi’aa Seenaa dalagaa jedheen isin Eebbisa!.

AGM:Oduu Injifannoo|Qeerron Sodaa Du’aa Mooyate. Yunivaristii Jimmatti Seenaa Hojjete, #FreeJawar