Site icon Kichuu

AGM: Liyyuu Hayliin Naannoo Amaaraa Oromoo Walloo Irratti Lola Hamaa Bante!

Oromoo Walloo

AGM: Liyyuu Hayliin Naannoo Amaaraa Oromoo Walloo Irratti Lola Hamaa Bante!

Kaampii Haxaayee kan humni adda poolisii Amaaraa keessa jiraatu meeshaa achi keessa jiru waliin harka Wallootti kufee jira

Hayyootni Amaaraa gaafa Oromoon humna jabeeffachaa dhufu waan jalqabaa gara qalbii isaani dhufu “isa jaarraa 16 nutti dhufuuf jedha ” jedhu.
#Ahimad_Giraanyi jechuu isaaniti.Namiicha dhugumaan daaraa isaa godhee ture.

Shawaa Magaalaan Haxaayee kan Oromooti jara maaltu galchee? WBOs ta’e shanee qe’ee isaa keessa jira.


Hubadhaa lolli amma oromoo #walloo irratti eegale kun loluma dur minilik eegaleen walfakkaata, minilikis yeroo oromoo lolu wallorraa eegalee hanga harma muraa fi harka muraa aanolee fi calii calanqoo deemee oromoo gabroomsee! Kanaaf irratti ilaaluun Hinta’u kunis ilmuma minilik ta’uu barree tokkummaan ol ka’uun ammaa! Oromoon hubatee hidhatee kan waliif birmatu ammaa jabaatee!
 
 
 
 
 
 
 
 

AGM:ODUU Hatattamaa:Liyyuu Hayliin Naannoo Amaaraa Oromoo Walloo Irratti Lola Hamaa Bante

Exit mobile version