Aftermath of a straw hut that was burnt to the ground in Gumi Eldalo, of the Oromia region’s Guji zone.

Humni Waraanaa Guddaan Gara Zoonii Kibbaa Konyaa Booranaafi Gujiitti Geeyfamaati jira” Waan tayeef Jaallan keenyaafi warra dhimmi ilaallatu hunda quba qabaachisaa.

Tulluu Hiyyeessaa


የፖለቲካ ግለቱ እንዳለ ቢሆንም፤
ኮሮና በላዩ ላይ ተጨምሮ ነገሮችን ቢያወሳስብም፤
የባንክ ኢንዱስትሪ ዛሬም አትራፊ ነው።
ስለዚህ እስካአሁን የገዳ ባንክ ሼር ያልገዛችሁ ሼር መግዛት እንዳትረሱ።

Dereje Gerefa Tullu


Aftermath of a straw hut that was burnt to the ground in Gumi Eldalo, of the Oromia region’s Guji zone. Rebels from the Oromo Liberation Army say the army sets homes and crops on fire. Fighting rages on between the OLA on one side, the Ethiopian Army & Oromia Police on the other.
Zecharias Zelalem

Where is democracy?
Amma booda namni tokko maqaa siyaasaatiin hin hidhamu kan jedhaa turan Waanuma jarri jedhan qofa deeggara se’aniitimoo?

Har’a nama faalla dhaaba jaraa ta’e nama guddaaf ijoollee hidhuun akkasitti diimookraasii ijaaruufi. Ajab

Guyyaa saaqinsa waajjira ABO godina iluu abbaa booraa farruu alaaba irratti imimmaan dhangalaasa kan turtee ZABIIBAA JIBRIIL iluu abba booraa aanaa bureetti waraana mootumman qabamtee hidhamteetti

Free zabiiba jibriil!

Simboo Tijjaanii Abduu


Waan tokko hubadhaa: Bilxiginnaan nama baay’ee sodaattu irraa nama eegdi. Oromoo bakka isiin sodaattu sanitti arguun fincaan ofirratti isii fincaansisa. Oromoo fi Amaara, Tigree fi Oromoo addaan eeguun tarsiimoo umrii ittiin dheereffattu akka tahe namni hin galleef sirriitti hordofaa. Akkuma Wayyaaneen Oromoo fi Amaara addaan eegaa turte jechuudha.