Fulbaana 24.2018 Sagantaa Raadiyoo keenya har’aatti dhiyaadhaa-
Mulky Baibe intaala Oromoo Boranaa fii Lencho Abdishakur
አዲስ አበባ #finfiinnee ላይ የኦሮሞ ህዝብ ባለ ሙሉ መብት መሆኑን በድጋሜ ያዳምጡ ፊንፊኔ የኦሮሞ ዋና ከተማ ነች it is so..
እውነታው ይሄው ነው።
Seena finfinnee akka gariitti dhagahu barbaaddan seenaa kana dhageeffadha obbo Edao Boru biyyoon itti haa salphattu!
All addis abe should listen 👂 in case they don’t know the history!!! Rest In Peace the walking library
📚 Mr Edao Boru
ብመርም እሄን የ ፊንፊኔን ታሪክ መስማት ግድ ይላል!!! ኦቦ ኤደኦ ቦሩ ነብሲህን በ ገነት ያኑረዉ!!!
Jaal Ibsaa Nagawoo dhaggeeffadhaa