Adii Waaqoo Yuunversiitii Waldiyaatti reebamee ajjeefame!!

Above Single Post

Adii Waaqoo Yuunversiitii Waldiyaatti reebamee ajjeefame. Kan reebe humna poolisii mooraa sanaati. Yuunversiitichi garuu akka waan inni dhukkubsatee du’eetti ibsa.

Lubbuu barattoota keenyaatti qoosamaa jira. Yuunivarsiitii Waldiyaatti eda halkan nafxanyootaan ajjeefame.
Lubbuun isaa haa jannatu. Maatii firoota isaatiif jajjabina hawwina.

የ3ኛ ዓመት ተማሪ የሆነው #Adi_Waaqoo
የወልደያ ዩኒቨርስት ተማሪ ነው ከአሁን በፊት ወልደያ ዩኒቨፈርስት በነበረው የተማሪዎች ግጭት ምክንያ ከሶስት ተማሪች ጋ በመ ሆኖ ህይወቱን ለማዳን ግቢውንብ ለቆ በመውጣት ላይ እያለ በአማራ ክልል ፖልሶች ተይዞ ተደብድቦ ከፍተኛ ጉዳት አድርሶውበት ሆስፒታል ገብቶ ነበረ::
ነገር ግን በደረሰበት ከፍተኛ ጉዳት ዛሬ ህይወቱ አልፏል::
#የቡሌ_ሆራ_ከተማ_ተወላጅ ነው::

Below Single Post