Addisu Arega Kitessa: According the Ethiopian Stage of Emergency proclamation, there is no public protest and demonstrations, assembling and moving in groups during command post.

Obbo Addisu Arega Kitessa : According the Ethiopian Stage of Emergency proclamation, there is no public protest and demonstrations, assembling and moving in groups during command post.

For these reasons, Gujii, Wallagga, and Southern People of Ethiopia cannot participate in rally organized by ODP in expression of congratulating the PM on his Nobel Peace Price win.

Obbo Addisu Arega Kitessa your party is breaking the rules put in place by itself. This is not about politics to me. It’s about upholding rule of law.

Kiya Segni


ዚአጦሮት ሒሪራ ኪላሆት: ኢፌዲሪ ዚወዚራች መላቅ ዶ/ር አብይ አህመድ ዚ 2019 አዱኛ ኖቤል ዚሰላም ሩባት አማጁ። ዪው ዱሙም ኢትዮጵያ፣ አፍሪካ ዋ አዱኛ ሰላም ወዳድ ኡምመታች ጀሚኡም አጦሮማ ተስቲዚዩው አቴወቁማ ሐሉ። ዪው አሳስ ሞሻቤ ሁስኒ ዚኛ ሻእቢም ተስቲዞዋ ጊርጋረዞው መግለጥሌ ጊሽ ጥቅምት 02/2012 ሶዛ 02:00 ሰኣቤ ሜገል ኢማም አህመድ እስታዲየምቤ የትሜሐርዛል ቃኑኒያ ዚአጦሮት ሰላሚያ ሂሪራ ዛሌ ባይቲ ሁስኒዚኛ ሻእቢ ጀሚኡም ዩጪማ ተስቲዞው ዪገልጢኩት ሑስኒዞ ሑኩማ ኪላሆትዞው የቀርባል።
ዚሐረሪ ሁስኒ ሑኩማ
ጥቅምት 01/2012
ሀረር
Harari Government communication affairs Office


Gochaa farra dimookirasiii ODPn qaamota biraa irratti rawwachaa jiru balaalefatamuu qaba.
Abbaan barbaade mirga hiriira ba’uu qaba. Warreen har’a gootumma gootanii faarsaa jirtan bara isinis itti dhowwamatan dhufuu danda’a. Gama biraatiin karaa cufuun carraqii isaanii guddisuufi isa durii Caalaa jabessu ta’a. Jarri baates dhistes Finfinnes kan Oromoti. Garuu horiira ba’uu dhorkuutiin wanti ta’u hin jiru. Hojii doofummaadha.
Polisiin Oromiyaas karaa cufuu kessatti kallatiidhaan hirmaatera. Kun waanuma nama gaddisisu


Lixa oromiyaa keessatti Waraanni Ashaagiree RIP Abiyyii Haala suuraa irratti argitan kanaan Qeerroo Konkolaataadhaan ariyee ajjeesaa jira.
Namni Gochaa akkasii godhu akkamiin badhaafama jettumee Oromoo gowwaa?

Gochi kun Waranaa Motummaa RIP Ashigreen Abiyyii Wallagaa Lixaa Oromoorratti dhaggeeffadhu?

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.