Addis Ababa residents, Afaan Oromo and the Oromo’s (ESAT Mama)

Addis Ababa residents, Afaan Oromo and the Oromo’s (ESAT Mama)

On his recent ESAT Mama program Masresha Mamo presented his view of Addis Ababa, Afaan Oromo, the Oromo’s surrounding Addis Ababa and the so-called special interests.

የሞኝ ለቅሶ…! አሁንስ ከክፋታቸው ድንዙዝነታቸው እያየለ ነው እነዚህ ሰዎች። በምን ቋንቋ ፥እንዴት ቢነገር ነው የሚገባቸው???

1. ፊንፊኔ የኦሮሞ ነው።

2. የኦሮሞ ጥያቄ በቅድሚያ የባለቤትነት ጥያቄ ነው እንጂ። የ “ልዩ ጥቅም” አይደለም!!!

3. ፊንፊኔ የሁላችንም መኖርያ እንጅ የሁላችንም አገር አይደለችም። እንዲያም ሆኖ–“የሁሉም መኖርያ” እየተባለች እንኳን–ለኦሮሞ መኖርያው ሳትሆን መቀበሪያው ነበረች፥ነች፥ እየሆነችም ነው። ለሌላው መኖርያ ለኦሮሞ መቀበሪያ እየሆነች አትቀጥልም፤ልትቀጥልም አይገባም።

4. ፊንፊኔ “የኢትዮጵያዊነት ቦታ ነው፥ የኢትዮጵያዊነት ሌላው ገጽተ ነው” ሲሉ ኦሮሞንና ሌሎች በጠባቡና ሃበሻዊውን ብቻ በሚገልፀው ኢትዮጵያዊነት ውስጥ ያልተካተቱትን፣ ይልቁንም በዚህ ዓይነቱ ከፋፋይ እና ጨቋኝ ኢትዮጵያዊነት የተገፉትን ሕዝቦች እንደማይጨምር አይረዱም። በአማርኛ ብቻ የሚገለፅ ኢትዮጵያዊነት ጉድለቱና አግላይነቱ አይታያቸውም። ይህን አለማየታቸው፥ ለዚህ እውነት መታወራቸው ችግር መሆኑንም አይረዱም።

5. ለኦሮሞ መብት ሰጭም ነሽም ለመሆን እነርሱ ሥልጣንም ሆነ መብት እንደሌላቸው አይረዱም። የቆሙበት መሬት የማን እንደሆነ እንኳን አያስተውሉም። በእንግድነት በመካከሉ ለሚያኖራቸው ሕዝብ መብት ቆጥረውና ሰፍረው መስጠት እንደማይችሉ አይገባቸውም። ስለዚህ ተሳስተው ደጋግ ሲሆኑ እንኳን ኦሮሞን patronize ያደርጋሉ።ይህን እያደረጉ እንደሆነም አያውቁም። እነሱ ባለማወቅ የሚነዙት ፕሮፓጋንዳ አሉታዊ የሆነ ፖለቲካዊ ውጤት እንዳለው አይገባቸውም።

6.ለዚህና ለሌላ ፍፃሜ ለሌለው ድንቁርናቸው፥ የተቆረጠ የመንቂያ ቀን ለሌው ድንዛዜ ኦሮሞን ተጠያቂ ያደርጋሉ፤ ይራገማሉ። ዘረኝነት ዓይናቸውን ጋርዶ በዘረኝነት ታውረው ሲያበቁ ኦሮሞ “ዘረኛ ነው” እያሉ ይኮንናሉ።

ግን ቆይ፥ እስከመቼ ለእነርሱ (ጥላቻና ከጥላቻ የመነጨ) ድንቁርና ዋጋ እየከፈልን እንኖር ይሆን???

Via Tsegaye Ararssa


Dr Tsegaye Ararssa
==============
Booyicha Gowwaa…! Warri kun amma Hammeenya isaaniirra hadoodamummaa isaanitu guddachaa jira. Afaan kamiin; akkamitti yoo himame isaaniif galaa laata?

1. Finffinnen Ka Oromooti

2.Gaaffiin Ummataa Oromoo gaaffii abbaa eenummaati malee gaaffii “faayidaa addaa”tii miti!!!

3.Finfinneen iddoo jireenya hunda keenyaati malee biyya hunda keenyaatii miti. Akkasis ta’ee ”Iddoo Jireenya nama hundaa” jedhamaatii uummata Oromootif garuu iddoo jireenya isaa osoo hin taane iddoo itti awwaalamu (du’u,unkaamamu) turte; dhas; ta’aas jirti. Finfinneen, kaanif iddoo jireenyaa, Oromoof iddoo itti unkaamamu ta’aa itti hin fuftu; itti fufuus hin dandeessu.

4.Finfinnen “Iddoo Itiyoophiyummaati; fakkii Itiyoophiyummaan ittin muul’atuf fakkii isa biraati.” yeroo jedhan Oromoo fi isaan biro dhiphummaa fi habashummaadhaan qofa kan ibsan bifa Itiyoophiyummaatin kan hin ibsamne; sirumaa iyyuu haala kanaan qoqqoodinsaa fi dhiitee bulchaa Itiyoophiyummaatin kan dhiibbaman akka hin dabalanne hin hubatan. Itoophiyummaa Amariffaan qofa ibsamtu qoodinsummaan isaa fi kan dhiibbaman akka hin dabalanne hin hubatan. Itoophiyummaan amaariffaan qofa ibsamu hir’inni isaa fi dhiibbaan isaa isaanitti hin muul’atu. Kana arguu dhiisuun isaanii; dhugummaa kanaatin kan dubbattus rakkoo ta’uu isaa hin hubatan.

5.Oromoodhaaf mirga kennaa yokan mirga dhoowwataa ta’uudhaaf taayitaas ta’ee mirga akka hin qabne hin hubatan. Lafti isaan irra dhaabatan tun kan eenyuu akka taate illeen hin yaadatan. Uummata keessumummaadhaan of giduu isaan kaayef mirga lakkaayanii kennuu akka hin dandeenye hin galuuf. Kanaafuu hamma fedhe gaarii ta’an illee Oromoo patronize godhu. Kana godhaa akka jiranis hin beekan. Ololli isaan osoo hin beekin oofan bu’aa siyaasaa summii ta’e kan qabu ta’uun isaa hin galuuf.

6.Sababa kanaa fi doofummaa isaanii dhuma hin qabne kan biraaf Oromoo sababa rakkoo isaanii qodhatu.
Sabummaa fi dhiphummaadhaan ija isaanii jaamsanii erga xumuranii booda “Oromoon dhiphaadha” jechuudhan cubbisiisuuf yaalu.

Hanga yoomiitti doofummaa isaanii (jibbiinsa fi jibbiinsa irraa kan madde) gatii kanfalaa jiraanna laata???