Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoome Dhaabbilee Dantaa Oromoof Hojjetan Waliin Hojjechuuf Qophii Dha Jedha

Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoome Dhaabbilee Dantaa Oromoof Hojjetan Waliin Hojjechuuf Qophii Dha Jedha

ABO Tokkoome ibsa kenne

Addi Bilisumaa Oromoo Tokkoomee dhaabbilee oromoo dantaa oromoof hojjatu kamuu waliin tokkoomnee hojjachuuf qophiidha jedhan. Dubbii himaan dhaabichaa Dr. Qaasim Abbaa-Nashaa akka himanitti ibsa kana baasuuf sababa kan nuuf ta’e gaafii baldhaa walittitti tokkoomu ummata oromoo, Abbootii Gadaa fi Qeerroo irraa dhihaata tureef abboomu keenya ibsuufi fudhachuu kenna beeksisuufi jedha.

Dhaabichi dhimma sochii warana ABO magaalota keessa socha’a jira jedhameen walqabateef gaafi dhihaateef deebi kennanii jiru.

Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoome Dhaabbilee Dantaa Oromoof Hojjetan Waliin Hojjechuuf Qophii Dha Jedha
 


Dhaabboliin harcaatuun maqaa #ABO‘ maxxanfatanii shaanxaa tokko tokko qabatanii Hootela Finfinnee keessa jiran #ABO’ irratti shira garaagaraa xaxaa jiraachuun dhaga’amaa jira. Nama sana keessaa tokko nama dhukkuba dugda kutaa (Disk Mensherattet” jedhamu nama qabu yeroo ta’u, du’ullee balleesseen du’a jedhee OPDO warreen shiraan sooramaniifi wayyaanee faana hojii eegaleera. Dhaloonni keenyas kana hubattanii ogummaafi hubannaan irra aanuun haqa manaa ba’e akka galmaan geessaniif singaafanna. Maqaafi alaabaa ABO addatti maxxanfachuun “ABO Dhugaa’ nama hintaasisu. #TIM s marii isaaniifi shira isaan geggeessaa jiraniif mada waan argateef obsaan nuhordofaa.

#TIM News


በኢህኤድግ ስራ አስፈፃሚ ስብሰባ ላይ ምክትል ጠቅላይ ሚንስተሩ ደመቀ መኮነን ሲናገሩ” አሁን እየታየ ያለውን ለውጥ ሕዝብ እንጂ ኢሕአዴግ አላመጣውም በመሆኑም ለውጡ ይቀለበሳል ብሎ የሚያስብ ካለ ያ ሰው ወቅቱን መረዳት የማይችል የአእምሮ በሽተኛ መሆን አለበት”
ሲሉ በሕወሓቶች ሰፈር አስደንጋጭ የሆነ ሚሳኤል ጥለውባቸዋል።

ኢትዮ ታይምስ ETHIO TIMES