Kichuu

Adam Aliyyee ( Dheeree) gootichi kaleessa dhagutti Agaaziin galaafatame

Adam Aliyyee ( Dheeree) gootichi daangaa Asaboot waggoota hedduuf weerartuu hagabsaa turee kaleessa dhagutti Agaaziin galaafatame kana ture.
Qabsaa’aan ni kufa
Qabsoon itti fufa!

Via: Jawar Mohammed

Walaloo Goota Oromoo Aadam Dheeree Fulbaana 2017

Exit mobile version